Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
bakkisuu go.
GAO

1. afaaniin qilleensa abiddatti afuufuu; "Muka jiidhaa abiddatti kaa'anii bakkisuun dhama'uudha" ...

bakkisuu go.
GAO

1. afaaniin qilleensa abiddatti afuufuu; "Muka jiidhaa abiddatti kaa'anii bakkisuun dhama'uudha" ....

baksa
GAO

"baqsa" ilaalaa.

baksaa
GAO

"baqsaa" ilaalaa.

baksuu
GAO

"baqsuu" ilaalaa.

baktii ad.
GAO

kan odoo inbaarrakamin yookiin ingorra' amin du'e.

baktii ad.
GAO

kan odoo inbaarrakamin yookiin ingorra' amin du'e.

bal'aa ad.
GAO

kan dhiphaa hinta'in, kan keessi guddaa yookiin wal irraa fagaatu; Mana bal'aa ijaareeti waan mi'a ...

bal'aa ad.
GAO

kan dhiphaa hinta'in, kan keessi guddaa yookiin wal irraa fagaatu; Mana bal'aa ijaareeti waan mi'a i...

bal'achuu go.
GAO

dhiphachuu dhiisuu, keessi isaa akka dhiisuu, "baay'ee qabu ta'uu;Konkolaataa akka dabarsu karaan ku...

bal'achuu go.
GAO

dhiphachuu dhiisuu, keessi isaa akka dhiisuu, "baay'ee qabu ta'uu;Konkolaataa akka dabarsu karaan k...

bal'ifachuu go.
GAO

akka baldhatu godhachuu.

bal'ifachuu go.
GAO

akka baldhatu godhachuu.

bal'ina ma.
GAO

1. keessa guddina, addaan fageenya; Bal'ina manaa, bal'ina karaa, bal'i a qalqalloo. 2. "bal'ina 2...

bal'ina ma.
GAO

1. keessa guddina, addaan fageenya; Bal'ina manaa, bal'ina karaa, bal'i a qalqalloo. 2. "bal'ina 2"...

bal'isa ma.
GAO

1. akka bal'aa ta'u gocha. 2. urufa, bakkee dhiphina hinqabne, bal'ina; "Bal'isatti bayaa tabadhaa....

bal'isa ma.
GAO

1. akka bal'aa ta'u gocha. 2. urufa, bakkee dhiphina hinqabne, bal'ina; "Bal'isatti bayaa tabadhaa."

bal'isuu go.
GAO

akka bal'atu gochuu; "Daa'ima nafti guddachaa deemuuf uffata bal'isuu wayya."

bal'isuu go.
GAO

akka bal'atu gochuu; "Daa'ima nafti guddachaa deemuuf uffata bal'isuu wayya."

bal'oo 1 ad.
GAO

kan bal'aa taate.

Sponsors