Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
abbeeraa ma.
GAO

obboleessa abbaa, wasiila.

abbo xinnaa ma.
GAO

obboleessa abbaa isa quxisuu.

abbo xinnaa ma.
GAO

obboleessa abbaa isa quxisuu.

abbo xiqqaa
GAO

"abbo xinnaa ilaalaa.

abbo xiqqaa
GAO

"abbo xinnaa ilaalaa.

abboguddaa ma.
GAO

1. obboleessa abbaa isa hang'afa. 2 . "leenca" ilaalaa.

abboguddaa ma.
GAO

1. obboleessa abbaa isa hang'afa. 2 . "leenca" ilaalaa.

abboo ·ma. dha
GAO

sagalee odoo maqaa hindhayin nama dhiira ta'e ittiin waaman.

abboo ·ma. dha
GAO

sagalee odoo maqaa hindhayin nama dhiira ta'e ittiin waaman.

abboomama
GAO

"adabama" ilaalaa.

abboomamtuu
GAO

"adabamtuu" ilaalaa.

abboomamuu
GAO

"adabamuu" ilaalaa

Abboommachuu
GAO

"adabachuu" ilaalaa.

abboommii
GAO

"adaba" ilaalaa

abboomuu
GAO

"adabuu" ilaalaa.

abboroo ma.
GAO

1. karaa biiftuun baatu. 2. yeroo biiftuunbaatu, suphii,barii·barraaqa.

abboroo ma.
GAO

1. karaa biiftuun baatu. 2. yeroo biiftuunbaatu, suphii,barii·barraaqa.

abbuudduu
GAO

"habbuudduu" ilaalaa.

abbuuqa
GAO

"habbuuqa" ilaalaa.

abbuuqamuu
GAO

"habbuuqamuud" ilaalaa.

Sponsors