Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
baarrakuu go.
GAO

horii qalmaa kokkee buusuu, gorra'uu.

baarrakuu go.
GAO

horii qalmaa kokkee buusuu, gorra'uu.

baarree 1 ma.
GAO

mi'a aannanii kan buqqee irraa hojjetamu.

baarree 1 ma.
GAO

mi'a aannanii kan buqqee irraa hojjetamu.

baarree 2 ad.
GAO

waan afaan baldhatu.

baarree 2 ad.
GAO

waan afaan baldhatu.

baaruda ma.
GAO

waan akka sanyii raafuu kan qalahaa rasaasaa keessatti argamu.

baaruda ma.
GAO

waan akka sanyii raafuu kan qalahaa rasaasaa keessatti argamu.

baaruu
GAO

aaruu ilaalaa.

baarzaafii  ma.
GAO

muka sorooroo/solooloo/ dheeraa bara axee Minilik biyya Awustiraaliyaatii Itoophiyaa seene jedhamu.

baarzaafii  ma.
GAO

muka sorooroo/solooloo/ dheeraa bara axee Minilik biyya Awustiraaliyaatii Itoophiyaa seene jedhamu....

baas-as ma.
GAO

horii ormaa kaffalan, idaa.

baasa 1 ma.
GAO

1. keessaa fuudha, alatti yaasa. 2. haada irraa gadi lakkisa.

baasa 1 ma.
GAO

1. keessaa fuudha, alatti yaasa. 2. haada irraa gadi lakkisa.

baasa 2
GAO

"riqicha" ilaalaa.

baasa 2
GAO

"riqicha" ilaalaa.

baasa 3 ma.
GAO

weedduu, sirba yookiin weellee akka jalaa qabaniif sagaleen dhageessisa; Ani ragada malee baasa hin...

baasa 3 ma.
GAO

weedduu, sirba yookiin weellee akka jalaa qabaniif sagaleen dhageessisa; Ani ragada malee baasa hi...

baasa 4 ma.
GAO

akkaataa itti haasayan, jecha; "Baalageen baasa hinbeektu, salphoon hasaasa hinbeektu."

baasa 4 ma.
GAO

akkaataa itti haasayan, jecha; "Baalageen baasa hinbeektu, salphoon hasaasa hinbeektu."

Sponsors