"barneexaa" ilaalaa.
"waaroo" ilaalaa.
maqaa lagaa kan biyya Gambeelaatti argamu.
waan gaarii ta'e, tolaa.
karaxiitii yookiin man'ee fincaanii, afuuffee.
"qullubbii baaroo" ilaalaa.
horii qalan kokkee buusa, gorra'a.
kan kokkee buusan,kan gorra'an.
kan Rabbi eebbise.
horiin qalan kokkee buufamuu, gorra'amuu; Horiin baarrakamu malee akkamumaan du'ee nyaachuu amantiin...
horiin qalan kokkee buufamuu, gorra'amuu; Horiin baarrakamu malee akkamumaan du'ee nyaachuu amantii...
Rabbi nama 'eebbisee hamaan nama irra gawuu hafuu.