Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
baallii 2 ma.
GAO

meeshaa sibiila , kan bishaan ittiin waraabbatan, baaldii.

baallii 2 ma.
GAO

meeshaa sibiila , kan bishaan ittiin waraabbatan, baaldii.

baallii 3
GAO

"taayitaa" ilaalaa.

baallii 3
GAO

"taayitaa" ilaalaa.

baalollee ma.
GAO

dhibee gogaa kan yeroo baay'ee mormaafi fuula burree nama godhu.

baalollee ma.
GAO

dhibee gogaa kan yeroo baay'ee mormaafi fuula burree nama godhu.

baaltaa
GAO

"baaltii" ilaalaa.

baaltakkee 1 ma.
GAO

naxalaa yookiin gaabii hindacha'in.

baaltakkee 1 ma.
GAO

naxalaa yookiin gaabii hindacha'in.

baaltakkee 2
GAO

humna yaree, laafaa, dadhabaa.

baaltakkee 2
GAO

humna yaree, laafaa, dadhabaa.

baaltakkee 3 ad.
GAO

kan olii gad jooru.

baaltakkee 3 ad.
GAO

kan olii gad jooru.

baaltaqa ma.
GAO

uffata haphii gaabii gadii, kan yeroo baay'ee dubartiin uffattu, naxalaa.

baaltaqa ma.
GAO

uffata haphii gaabii gadii, kan yeroo baay'ee dubartiin uffattu, naxalaa.

baaltechuu
GAO

"baaltessuu" ilaalaa.

baaltessuu go.
GAO

baaltii odeessuu.

baaltessuu go.
GAO

baaltii odeessuu.

baalteta ad.
GAO

dubartii harka toltu, ogeettii, kaamettii.

baalteta ad.
GAO

dubartii harka toltu, ogeettii, kaamettii.

Sponsors