ba'aa irra kaawuu. 2. akka ulfa taatu gochuu.
1 . waan ta'e of irra kaawuu, 2.daa'ima garaatti uummachuu, ulfa ta'uu.
"qoosa" ilaalaa..
waan qabaniin boonuu, kooruu.
lafa magaalaa irraa hiixu jiru.
"hareera" ilaalaa.
1. keessaa fudhachuu, keessaa ooftachuu. 2. kanfalacuu; Qarshii mana baankiitii liqeenfadhe baafachu...
1. keessaa fudhachuu, keessaa ooftachuu. 2. kanfalacuu; Qarshii mana baankiitii liqeenfadhe baafach...
horii gaafi gadi jallatu.
"lammaffoo" ilaalaa.
buddeena itti 'afuurse, kan yoo tolchan qilleensi dhayee ija hinqabne.
muka shammaaneen uffata itti maru.
gurra mukaa, warqee, margaa,w.k.f.; Cabbiin midhaan irraa baala cire.