Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
yeelala ma.
GAO

booyicha wal irraa cita hinqabne. 2.dadhaba.

yeelalsuu go.
GAO

akka yeelalu gochuu.

yeelaluu go.
GAO

1. odoo wal irraa hinkutin boowuu; Ijoolleen tokko tokko ganamaan kaatee yeelaluu jaallatti. 2. dhib...

yeella'a
GAO

"qaanii" ilaalaa.

yeella'uu
GAO

"qaananisisuu" ilaalaa.

yeellaasisuu
GAO

"qaanessuu" ilaalaa.

yeelloo
GAO

"qaanii" ilaalaa.

yeelloo dhabuu go.
GAO

qaanii dhabuu, balleessaan namatti dhaga'amuu dhiisuu, addaggee ta'uu.

yeenya'aa ad.
GAO

kan dubbii baay'isu yookiin kan dubbii xinnoo guddisu; Waan namticha nyeenya'aa kanaa hintuqinaa yoo...

yeeroo
GAO

"yeroo 2" ilaalaa.

yeeyyii ma.
GAO

gosa bineensaa tan waangoo yookiin sardiida fakkaattu, yayyii.

yemmuu
GAO

"yeroo 2"  ilaalaa.

yennaa
GAO

"hennaa" ilaalaa.

yeroo 1 ma.
GAO

bara ji'a kudha lama qabu, waggaa; Erga dhalattee yeroon kudha lama. 2. wayitii, yaroo,yennaa; Yeroo...

yeroo 2 ma.
GAO

muka shishifii iddi lafa keessa Yaa'u kan dallaa jala dhaabbatan, yeroo.

yignyiguu go.
GAO

afaaniin nama rakkisuu,dubbiidhaan dhaabbiifi teessuma dhowwuu.

yo
GAO

"yammuu" ilaalaa.

yoggaa 1
GAO

"waggaa 1" ilaalaa

yoggaa 2
GAO

"yammuu" ilaalaa.

yoggana da.go.
GAO

yeroo kana, yoggaa kana, amma;Bardheengaddaa yoggana mana ijaarrate.

Sponsors