Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
Abbaayaa ma.
GAO

ma'aa haraa yookiin haroo.

abbaayyee
GAO

"habaayyoo" ilaalaa.

abbala 1 
GAO

"hawwa" ilaalaa.

abbala 1 
GAO

"hawwa" ilaalaa.

abbala 2 ma.
GAO

waan tokko hojjechuuf calqaba; Waan fiixa hinbaafne hinabbalan.

abbala 2 ma.
GAO

waan tokko hojjechuuf calqaba; Waan fiixa hinbaafne hinabbalan.

abbaltii 1 
GAO

"hawwa" ilaalaa.

abbaltii 1 
GAO

"hawwa" ilaalaa.

abbaltii 2
GAO

"abbala 2" ilaalaa.

abbaltii 2
GAO

"abbala 2" ilaalaa.

abbaluu 2
GAO

"abalu" ilaalaa.

abbaluu 2
GAO

"abalu" ilaalaa.

Abbaluu1
GAO

"hawwuu" ilaalaa.

Abbayya ma.
GAO

maqaa lagaa.

Abbayya ma.
GAO

maqaa lagaa.

abbayyii ma.
GAO

maqaa mukaa.

abbayyii ma.
GAO

maqaa mukaa.

abbee ma. dha.
GAO

abbaa kee kan si dhalfate.

abbee ma. dha.
GAO

abbaa kee kan si dhalfate.

abbeeraa ma.
GAO

obboleessa abbaa, wasiila.

Sponsors