Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
yaaphachuu
GAO

"yaabbachuu" ilaalaa.

yaaphata
GAO

"yaabbata1,2" ilaalaa.

yaaphatamuu go.
GAO

yaaphii irra 'ooluu; Fardi geejjibni sun yaaphatamuu calqabe.

yaaphii
GAO

"yaabbii" ilaalaa.

yaaqii
GAO

"haqa 1" ilaalaa.

yaasa ma.
GAO

karaa qabsiisa, bobbaasa; 2. keessaa dhangalaasa.

yaasisuu go.
GAO

akka yaasu gochuu.

yaasuu go.
GAO

1. karaa qabslisuu, bobbaasuu; Tikseen ganamaan ameessa kalootti yaaste. 2.keessaa dhangalaasuu yook...

yabala ma.
GAO

bidiruu bishaan ittiin cehan.

yabaloo 1
GAO

"yabala" ilaalaa.

yabaloo2 ad.
GAO

gosa margaa.

yabbachuu go.
GAO

furdachuu, yabbuu ta'uu; Midhaan yabbate akka gaariitti ija hingodhatu.

yabbina ma.
GAO

furdina, gabbina; Lafa yabbina qabu midhaan qotatu.

yabbisuu go.
GAO

yabbuu yookiin furdaa taasisuu.

yabboo ma.
GAO

jirma (muka furdaa guddaa) kan diinqa ciisichaa ittiin degga'atan (deggaratan),gulantaa diinqaa; Yab...

yabbuu ad.
GAO

1. walitti dhiyaatee kan marge; Midhaan yabbuun hindhalu. 2. kan furdina qabu;Eelee yabbuun daftee h...

yahoo ma.
GAO

galfata yookiin kennata namaa, galchaa; Hayyuun yaboo hinnyaatu; Yahoo ani sitti kennadhe naaf 'eegd...

yakka ma.
GAO

badii namatti hojjetamu, cubbuu; Dhabaatti yakka hinhojjetani.

yakkaaa ma.
GAO

hamaan namatti' hojjetama, cubbama.

yakkamaa ad.
GAO

1 . kan waan hamaan barbaadu, kan hiree hinqabne. 2. cubbamaa, kan cubbuun itti hojjetame.

Sponsors