Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
weesoo ma.
GAO

mi'a Coqorsa yookiin sange dara irraa hojjetamu, kan uffata keessa kaawwatan. 2."heechoo" ilaalaa.

weessoo
GAO

"heechoo" ilaalaa.

wejewwejee ad.
GAO

akaawwii otoo sanyii hirchacaasin sanyii san irraa akaawanii nyaatan yookiin maasiitti bittinsan qay...

welka ma.
GAO

mi'a qaaccaa irraa.

Wenna'a ma.
GAO

guddina namaa jibbii, inaaffaa agarsiisa.

wenna'uu
GAO

"wennawuu" ilaalaa.

wennachuu go.
GAO

seeraan yookiin seera malee waa ta'eef aaruu.

wennoo
GAO

"wenna'a" ilaalaa.

wesee ma.
GAO

nyaata warqee irraa qophaa'u.

wiirtuu ma.
GAO

wal ga'ii rifeensa mataa yookiin bishaanii; Wiirtuun bishaanii badaa ta'ullee ni nyaata. 2. walakkaa...

wiituu
GAO

"wiirtuu" ilaalaa.

wiixaa ma.
GAO

gosa margaa kan mi'a adda addaa ittiin qopheeffatan, migira; Wiixaan gundoo loggomte.

Wiixata ma.
GAO

guyya Dilbataafi Kibxata jidduu jiru, Dafinoo, Hojja duree; Gabaa Wiixataa bayeeti qotiyyoo bitate.

wooshoo ma.
GAO

korbeessa hoolaa yookiin re'ee, kan tumaalessa hinta'in, korpheessa.

Wowwaachlsuu
GAO

"watwaachisuu" ilaalaa.

wowwaachuu
GAO

"watwaatuu" ilaalaa.

wuchurraa'a
GAO

"uchurraa'a" ilaalaa.

wuchurreessuu
GAO

"uchurreessuu" ilaalaa.

wuchurroo
GAO

"uchurroo" ilaalaa.

wucii ma.
GAO

ilmaan simbiraa yookiin hindaanqoo, ciiciwwii; Adurreen wucii adamsuu jaallatti.

Sponsors