Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
wajjin buluu go.
GAO

1. wal faana bak a tokko buluu. 2. obaanii jiraachuu; Nama hamaa yoo obsan wajjin bulu.

wajjin da.go.
GAO

bakka tokkotti, walfaana; Wajjin lola deeman.

wajjin kaannee ma.
GAO

hiriyaa wajjin guddatan, tan nama irraa hinbaqanne; Wajjin kaaneen rakkootti nama hingattu.

wajjin rafuu go.
GAO

1. wal faana rafuu; Obboleessa wajjin barsii keessa rafan. 2. dubartii bira dhaquu; Niitii onnaa waj...

wakkallee
GAO

"hilleensa" ilaalaa.

wakkiila ma.
GAO

nama bakka nama biraa bu'ee hojii isaa hojjetuuf, bakka bu'a; Mana isaatif wakkiila dabarfatetti dee...

wal ad.
GAO

sagalee ta'iisa waan lama gidduutti ta'u agarsiisu, Walmaruu, wal ganuu.

wal bilcheessuu go.
GAO

gar malee wal aarsuu, wal rakkisuu.

wal busheessuu go.
GAO

wal tuffachuu, wal xinneessuu; Namni wal busheessu Jaalala walii hinqabu.

wal cabsuu
GAO

"wal xinneessuu" ilaalaa.

wal dabaluu go.
GAO

wal keessa yaa'uu, wal makuu; "Ammoo yaa jirbii dararte hoo, eessuma durbiin wal dabalte hoo."

wal dhaba ma.
GAO

wal lola, walitti dallana; Wal dhaba kan fidu afaan yaraa dubbachuudha. 2. wal 'arguu hafuu; Jarri w...

wal dhabiinsa
GAO

"wal dhaba" ilaalaa.

wal dhabsiisuu go.
GAO

1. wal lolchiisuu, walitti mufachiisuu. 2. walargaa dhabsiisuu.

wal dhabuu go.
GAO

1. wal loluu, dallanuu. 2. wal arguu hafuu.

wal faana da.go.
GAO

yeroo tokkotti.

wal fixuu go.
GAO

1. wal ajjeesuu; Jarri uleedhaan walfiixan. 2. "wal loluu 2" ilaalaa.

wal ga'a ma.
GAO

namoonni baay'een mariif walitti dhufiinsa.

wal geettii
GAO

"wal ga'a" ilaalaa.

wal gogsuu go.
GAO

dubbii walitti baay'isuu.

Sponsors