Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
Waari'uu go.
GAO

waarii ta'uu.

waarii dheeraa ma.
GAO

galgala dheeraa yookiin yeroo galgaili yookiin waariin dheeratu.

waarii ma.
GAO

yeroo galgalaa qabee hamma namni rafutti jiru; Waan warri waarii dubbatu, daa 'imti waareen baati. 2...

waarisiisaa ma.
GAO

sirba ollaan yookiin hir-iyaan yeroo fuudhafi heerumaa waarii waarii walitti dhufanii sirban, sirba ...

waarisiisuu go.
GAO

galgala achi butuu, dafanii rafuu dhiisuu.

waaroo ma.
GAO

uffata rifeensa hoolaa gurraachaa irraa hojjetamu, kan tibba qorraa uffatan.

waarsaa ma.
GAO

1.niitii obboleessaa yookiin durbii. 2. obboleessa dhirsaa yookiin durbii dhirsaa.

waasii ma.
GAO

nama nama balleessaa hojjeteef yookiin idaa nama biraatiif bakka namaa bu'u, wabii; Gaalan barbaadam...

waasii waamuu go.
GAO

nama waasii namaa ta'u maqaa himuu, nama akkasii dhiyeeffachuu.

Waata 1 ma.
GAO

gosa Oromoo Booranaafi Keeniyaa keessa jiraatu.

Waata 2 ma.
GAO

warra ogummaa harkaa adda addaa qabaniif maqaa kenname. 2. gogaa duugu, faaqii.  3. gosa Oromoo.

Waatii
GAO

jabbii xinnoo; Saani waatiin Jala du'e dafeeti gu'a.

waatii ma.
GAO

jabbii xinnoo; Saani waatiin Jala du'e dafeeti gu'a.

waatiyyoo
GAO

"waatii" ilaalaa.

waatoo 1 ma.
GAO

Gosa mukaa.

waatoo 2 ad.
GAO

bifa diimaa.

waawuu
GAO

"wawuu 2" ilaalaa.

waayee
GAO

"waa'ee" ilaalaa.

waayila
GAO

"waa'ela" ilaalaa.

waayyuu ma.
GAO

nama kabajan yookiin saalfatan. 2. gosa Oromoo. 3. maqaa biyyaa; "Abshaalli sumaaf dhalate Waayyuu y...

Sponsors