Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
urgooftuu ad.
GAO

tan foolii garii qabdu.

urgufa
GAO

"hurgufa" ilaalaa.

urgufachuu
GAO

"hurgufachuu" ilaalaa.

urgufamaa ad.
GAO

orii gadi raafamaa.

urgufoo
GAO

"hurgufoo" ilaalaa.

urgufsiisuu
GAO

"hurgufsiisuu" ilaala.

urgufuu
GAO

"hurgufuu" ilaalaa.

urruuba
GAO

"hurruuba" ilaalaa.

urruubsa
GAO

"hurruuba" ilaalaa.

urruubsisuu
GAO

"hurruubsisuu" ilaalaa.

ursiisuu go.
GAO

akka uru gochuu.

urufa
GAO

"hurufa" ilaalaa.

urursa ma.
GAO

sagalee qal'aa sirba fakkaatu dhageessisaa; daa'ima sossoba.

urursiisuu go.
GAO

akka urursu gochuu.

urursuu go.
GAO

"ururuu" ilaalaa.

ururuu go.
GAO

sagalee qal'aa akka sirbaatiin daa'ima sossobuu.

uruu go.
GAO

1. waan ta'etti hulaa baasuu. 2. durbummaa balleessuu, fudhachuu.

uruuruu go.
GAO

jibichi yookiin kormi sa'a rimaa yookiin goromsa ariisaa hingeenye gaanuu.

us jechuu
GAO

"usuu" ilaalaa.

ush jechuu
GAO

"usuu" ilaalaa.

Sponsors