1. madaallii yookiin miizana kaasuu. 2. kabaja argachuu.
1. waan miizana yookiin madaallii kaasu. 2. nama kabaja qabu.
1.tan madaallii yookiin miizana kaaftu. 2. dubartii kabaja qabdu.
ulfa ta'uu.
1. daa'imni akka garaatti uumamu gochuu. 2. kabaja kennuu; Jaarsa ulfeessuun duudhaadha.
"ulfaachuu 2" ilaalaa.
kabaja dhabuu, salphachuu.
kabaja, safuu.
kabaja qabaachuu.
ulfa tan taate.
"hulmaa" ilaalaa.
"hulmaa ciisuu" ilaalaa.
guddaa furdaa.
"hulamaa" ilaalaa.
"humbaachoo ilaalaa.
"humbaachoo" ilaalaa.
dhangala'aa hidhiin xixiqqeessanii buta.
"una" ilaalaa.
akka unu gochuu.
dhangala'aa keessattuu waan akka aannanii xixiqqeessanii dhuguu.