Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
tusii ma.
GAO

afaafi qoraattii walitti biqilee bosona ta'e yookiin saare.

tussee 1 ma.
GAO

mixii dhaqna mukaa keessa jiraattu, tan yeroo itti o'u eegee ishii ol kaaftee fiigdu, tan yoo nama c...

tussee 2 ma.
GAO

quunxee ijoollee.

tusuu 1 ma. (qaanii)
GAO

seeruu dhiiraa, qunxurroo.

tusuu 2 go.
GAO

biqiltuu wal bira baay'isanii dhaabuu.

tuttoo ma.
GAO

gaam'ee hindaaqqoofi ijoollee xixiqqoo.

tuttufachiisuu go.
GAO

akka tuttufatuuf waan haaraa kennuufii.

tuttufachuu go.
GAO

waan nyaataa yookiin dhugaatii reefuu gawu yeroo jalqabaatiif afaaniin qabuu; Asheeta boqqolloo kale...

tutturuu go.
GAO

bakka dhaqanii yookiin jiranii odoo hindeebi'in yeroo yaadame irra dabarsuu; Keessummaa ta'anii dhaq...

tuttuu go.
GAO

itti deddeebi'anii tuquu; "Abiddiifi iyyeessi tuttuqaa hinjaallatan."

tuufooma.
GAO

biqiltuu daraaraan keellbo kan ijji isaa nuugii fakkaatu, kan yeroo daraaru kanniisni dammarraa qoph...

tuujuba
GAO

"tujuba" ilaalaa.

tuulaa ma.
GAO

waan wal irra naqame; Tuulaa ataraa; Tuulaa kobootaa; Midhaan tuulaa  gurguddaa shan dhahate.

tuulama 1 ma.
GAO

wanti tokko wal irratti naqama, guurama.

Tuulama 2 ma.
GAO

maqaa qomoo 0romoo.. gidduu galeessa Oromiyaa keessa jiraatu.

tuulamuu go.
GAO

1. bakka tokkotti wal irra naqamuu; Midhaan haamame amma dhahamutti akka roobni hintortorsine tuulam...

tuulii ad.
GAO

maqaa taphaa, kan ijoolleen walirra naqamtee taphattu, kan yammuu tokko kufu warri kaani irratti dab...

tuullaa
GAO

"tuulaa" ilaalaa.

tuullachuu go.
GAO

ofiif jedhanii tuuluu; Citaa tuullachuun akka roobni nama jalaa hinballeessineef tola.

tuulsifachuu go.
GAO

akka namaaf tuulu gochuu.

Sponsors