mala yaada ofii ittiin hojiitti jijjiiran yookiin hojii irra oolchan, bilaatii; Tooftaadhaan diina m...
hojiin ofii sirrii ta'uuf dhiisuu isaa irra deemamee qoratamuu. 2. horii yookiin qabeenyi guutummaan...
bishaan beela keessaa wal harkaa fuffuudhamee waraabamuu; Looniif bishaan eelaa toohame.
iddoo wanti ta'e itti argamu, tarree, bakkee, naannoo; Inni toora kamitti argama? Toora kanaa maal g...
toohudhaan akka bishaan baa'u yookiin akka bishaan bawu gochuu; Eela keessaa bishaan toosisuu wayya.
waan sadarkaa torba irratti argamu; Ijoollee kudhan keessaa torbaffaan baye; Namni ja 'a deemee torb...