Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
tiyya ad.
GAO

waan dhaltuun yookiin yartu  kan ofii ta'uu ittiin beeksisan,  tan ofii; Ishiin niitii tiyya.

to'achiisuu
GAO

"toohachisuu" ilaalaa.

To'achuu
GAO

"toohachuu" ilaalaa.

to'annaa
GAO

"toohannaa" ilaalaa.

to'atamuu
GAO

"toohamuu 1" ilaalaa.

toftaa
GAO

"tooftaa" ilaalaa.

togoogoo ma.
GAO

gombisaa mana keessa dhaabatu, kan faltii, lemmana yookiin sooyyama irraa hojjetanii  dhoqqee looni...

tohannaa
GAO

"too'annaa" ilaalaa.

tokka'uu go.
GAO

1. rasaasa; qawee yookiin  shugguxii  keessaa, dhukaafamuu,  dhuka'uu, xaaxa' uu. 2. qaccen uka'u...

tokkee ad.
GAO

kan tokkicha duwaa (qofa)  taate,  qeentee; ,Jaarsi ilkaan tokkee baaqelaa hinnyaatu; "Sadeen gemm...

tokkicha ad.
GAO

kan tokko qofa ta'e Muktii tokkichi,hin'aara malee hinboba'u.

tokkichuma ma.
GAO

waan tokko gochuuf walbira ijaajja.

tokkittii ad.
GAO

cimsanii wanti tokko qeentee yookiin takka qofa ta'uu ishii kan ittiin  agarsiisan.

tokko ad.
GAO

jalqaba  lakkoofsaa kan lama dura dhufu; Tokko, lama, sadii... jedhii lakkaayi. isa duraa,  jalqab...

tokko tokko ad.
GAO

hunda waan hinta'in, darbee darbee kan tau yookiin argamu; Namni tokko tokko of hata.

tokko tokkoon da.go.
GAO

ergaan takkaa odoo hinta'in, mata mataadhaan; Wal faana hinkaatinaatii tokko tokkoon seenaa.

tokkosiisuu 1 go.
GAO

1.  qawwee, shugguxii,  w.k.f.  Akka dhukaasu gochuu,dhukaasisuu. 2. qaccee dhukaasisuu, iyyisiis...

tokkosiisuu 2 go.
GAO

1. uffata kaawuyyaadhaan akka wal qixxeessu gochuu, kaawuyyaa o'een uffata qoqoncoore diddiriirsuu. ...

tokkosuu 1 go.
GAO

rasaasa qawwee, shugguxii, w.k.f. keessaa xaaxessuu yookiin dhukaasuu; Diinatti qawwee tokkosuu. 2. ...

tokkosuu 2 go.
GAO

1. uffata miicamee qoore kaawuyyaa o'een irra deemanii diriirsuu, wal qixxeessuu. 2. horii dhibame s...

Sponsors