Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
tiksuu go.
GAO

1. loon, hoolaa, re'ee, w.k.f.1afa dheedichaatti (bakkee yookiin dirree horiin ooltutti) eeguu. 2. h...

tilmaamuu go.
GAO

bittaafi gurgurtaa keessatti wanni tokko horii ammamii akka baasu se'uu, shallaguu, gammatuu. 2. akk...

tima ma.
GAO

1. humnaa itti bu'iisa, akka nama ija hinqabnee itti dirma. 2. muddamaan dafanii wal faana ol seena;...

timboo
GAO

"tamboo" ilaalaa.

timjii ma.
GAO

bakka tokko bakka biraa irraa yookiin biyya tokko biyya biraa irraa waan addaan foyu yookiin gargar ...

timuu.go.
GAO

muddamaan wal faana dafanii ol seenuu.

tinfuu go.
GAO

cuqqaaluu, duuchuu; Qaawwaa kana carqii wayii itti tinfuu wayya.

tirachuu go.
GAO

dhibamariii, dadhabanii yookiin dhibaa'anii suuta suuta deemuu.

tirannaa ma.
GAO

Suuta deemicha.

tirfii ma.
GAO

"bu'aa" ilaalaa. 2. amma barbaachisu kan caalu Kanaa achi tirfii hojjette. 3. arraba darbaa, kan dub...

tirii ma.
GAO

saahinii diriiraa, namni baay'een yeroo tokko buddeena irratti nyaachuu danda'u.

tiringoo ma.
GAO

ataakiltii ijji isaa nyaatamu, Kan yammuu bilchaatu bifti isaa bifa birtukaanaa fakkaatu, kan yammuu...

tirmaa ma.
GAO

kennaa warri durba (dubaraa intala isaaniitiif gaafa ishiin heerumtu duukaa kennan, geegawoo.

tirsuu go.
GAO

dhibamaan yookiin dadhabaan akka suuta deemu gochuu,  faana deemuu; Ani nan muddamaa si tirsuu hind...

tirtiraa ad.
GAO

foon baay'ee madaayee  furfure; Tirtiraan harree fe'umsa fama dhowwa.

tiruu ma.
GAO

mi' a garaa kan bifa diima biluu,  kan akka malee lallafu, kan hadhooftuun itti maxxantee jirtu; Dh...

tisiisa ma.
GAO

gosa barroo tan yeroo baay'ee  waan xuraa'aa irra qubattu; Tisiisni ,reroo baay'ee madaa irraa quba...

titiis
GAO

"tisiisa" ilaala .

tittima go.
GAO

akka nama jaamaatti aaddarbamaa  deema.

tittimuu go.
GAO

akka nama jaamaatti daddarbamaa  deemuu;  Ifaan deemuu wayya malee, halkan tittimuun gaarii miti.

Sponsors