Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
asham ma.
GAO

1.akkam bultee, ooltee. 2.nooraa, ol seenaa. 3. jabaadhu.

asham ma.
GAO

1.akkam bultee, ooltee. 2.nooraa, ol seenaa. 3. jabaadhu.

ashamaa 1 ma.
GAO

shurrubbaa furdatee dhahame.

ashamaa 1 ma.
GAO

shurrubbaa furdatee dhahame.

ashamaa 2 ma.
GAO

1. akkam bultan, 'oltan. 2. ol seenaa 3. jabaadhaa.

ashamaa 2 ma.
GAO

1. akkam bultan, 'oltan. 2. ol seenaa 3. jabaadhaa.

ashamsiisuu go.
GAO

akka ashamattu gochuu.

ashamsiisuu go.
GAO

akka ashamattu gochuu.

ashamuu go.
GAO

shurrubbaa furdisanii dhahachuu.

ashamuu go.
GAO

shurrubbaa furdisanii dhahachuu.

ashanquxii ma.
GAO

gosa baala urgooftuu kan dhadhaan baksan.

ashanquxii ma.
GAO

gosa baala urgooftuu kan dhadhaan baksan.

ashantii ma.
GAO

carqii dubartii dhirsi irraa du'ee kan dhadhaan baksan.

ashantii ma.
GAO

carqii dubartii dhirsi irraa du'ee kan dhadhaan baksan.

ashara
GAO

"hashara" ilaalaa.

ashartii ma.
GAO

gosa biqiltuu qaqal' oo akka hiddaa kan nafti ishii nama sookkisu, maxxannee.

ashartii ma.
GAO

gosa biqiltuu qaqal' oo akka hiddaa kan nafti ishii nama sookkisu, maxxannee.

ashawaa ma.
GAO

dhakaa shifii biyyee fakkaatu, kan simintoon makanii bukeessanii manaan ijaaran, cirracha shifii.

ashawaa ma.
GAO

dhakaa shifii biyyee fakkaatu, kan simintoon makanii bukeessanii manaan ijaaran, cirracha shifii.

asheeta ma.
GAO

midhaan otoo hingogin maasaa irratti bilchaatee nyaatamu.

Sponsors