Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
siileffachuu go.
GAO

suphee haaraa hojii barsiifachuu.

siilessa ma.
GAO

suphee haaraa abidda irra kaayanii, waan adda addaa itti affeelanii, akaayanii yookiin riganii barsi...

siilessiisuu go.
GAO

akka siileesu gochuu.

siilmii ma.
GAO

Gosa nyaattuu, kan dhaqna horiitti maxxantee dhiiga dhugdu, dhortuu; "Silmiin bakka laaftu ciniinti"...

siisiwoo ma.
GAO

injiraan indaaqqoo, qinqinii indaaqqoo; Indaaqqoof yoo mana kophaatti ijaaran malee, siisiwoon ishii...

siisuu
GAO

"siiqsuu" ilaalaa.

siiy
GAO

"sii" ilaalaa.

sijaaraa ma.
GAO

tamboo yeroo baay'ee waraqataan maranii gara tokkoon abidda itti qabsiisanii gara kaaniin xuuxan.

sikaarii
GAO

"machii" ilaalaa.

sila da.go.
GAO

yeroo dhiwoo darbe; Sila dhaqeen dhabee, amma yoo dhufeera ta'e dhaqii ilaali.

silaa da.go.
GAO

haata'u malee,garuu, ta'ulle; Silaa nan bita qarshiin dhabe malee.

sileecha
GAO

"siilessa" ilaalaa.

sileechisuu
GAO

"siilessiisuu" ilaalaa.

sileeffachuu
GAO

"siileffachuu" ilaalaa.

silga ma.
GAO

aannan horiin dhiyeenya dhalte elmamtu.

silimlimaa ma.
GAO

ammaa amma daddafanii ija dunuunfacha.

silimlimsuu go.
GAO

ammaa amma daddafanii ija dunuunfachuu.

silkii ma.
GAO

shiboo alaalaa keessaan walitti dubbatan, bilbila; warra kee dhaqxee yoo dubbisuu dadhabdellee, silk...

silla'a ma.
GAO

walitti dabalanii lakkaa'a, amma isaa bara.

silla'achuu go.
GAO

walitti dabalanii lakkaawwachuu.

Sponsors