Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
siddisa
GAO

"hamaaqixa" ilaalaa.

siddisuu go.
GAO

akka jaalala yookiin barbaada guddaa yookiin barbaada guddaa qabaatee qixaawu yookiin itti qophaawu ...

sifa ma.
GAO

nyaanni yookiin dhugaatiin namaa tola.

sifaawuu go.
GAO

nyaanni yookiin dhugaatiin nama toluu yookiin ta'uu; Heexoo dhugeetan naa sifaawuu didee, na hooqqis...

sifeeffachuu go.
GAO

1.wanti nyaatan yookiin dhugan akka namaa ta'u yookiin tolu godhachuu. 2. waan ergifatan yookiin liq...

sifeessuu go.
GAO

akka sifaawu gochuu; Waaqni nuuf haa sifeessu.

sigaajjaa ma.
GAO

waan akka saleenii, kan yeroo baay'ee qaaccaan irraa qophaawu, kan lafa afatan.

sigaaraa
GAO

"sijaaraa" ilaalaa

sigigaacha
GAO

"sirgigaacha" ilaalaa.

sigigaachisuu
GAO

"sirgigaachisuu" ilaalaa.

sigigaachoo
GAO

"sirgigaachoo" ilaalaa.

sigigaachuu
GAO

"sirgigaachuu" ilaalaa.

Sii ma.dha.
GAO

waamicha nama tokko kan umriin, taayitaan nama hincaalle ittiin yaaman ( waaman); Abbaan kee waan ba...

siibaa ma.
GAO

suphee (hubboo) guddaa farsoo itti naqatan, gaanii.

siibijjii ma.
GAO

dhibee gogaa, kan akka cittootti shif namatti jedhee bishaan gudunfee nama hooqsisu.

siicoo ma.
GAO

waan bishaan gubbaatti qararee (taliilee jalatti hafu, atalaa; Jaalala bunaa guddina siicoo alaanfat...

siidaa 1 ma.
GAO

dhakaa guddaa hara malee ulfaatu, suudduu.

siidaa 2 ad.
GAO

waan baay'ee ulfaatu.

Siidaa 3 ma.
GAO

1 . dhakaa lama ta'ee dhabbatu, kan dallaan itti ijaaramee itti sagadan yookiin itti irreenfatan. 2....

siiksuu
GAO

"siiqsuu" ilaalaa.

Sponsors