Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
shantama ad.
GAO

lakkoofsa afurtamii sagalitti ,anee dhufu; Boondiin (bawundiin) sani qarshii shantarna.

shanyoo
GAO

" sanyoo" ilaalaa.

shaqaxa ma.
GAO

waan suuqii yookiin gabaa keessatti xixinneessanii gurguramu; Shaqaxa kana gabaa keessa afii gurguri...

shaqaxachuu go.
GAO

shaqaxa bitachuu yookiin gurgurachuu.

shaqaxuu go.
GAO

shaqaxa bituu  yookiin gurguruu.

sharaa 1 ma.
GAO

waan akka carqii kan jabeenya isaatiif yeroo baay'ee dunkaanni,uffanni konkolaataa, w.k.f. irraa qop...

sharaa 2 ma.
GAO

kophee(caammaa) waan akka carqii (sharaa)irraa qophaawu.

sharafa ma.
GAO

horii (ganzaba) guddaa xixiqqaatti geeddara, jijjiirraa, manazzara.

sharafachuu go.
GAO

horii guddaa gara horii xixiqqaatti geeddarachuu, jijjiirrachuu, manazzarachuu; Buuphaa bituuf shara...

sharafamuu go.
GAO

horiin guddaan xixiqqaatti geeddaramuu, jijjiiramuu, manazzaramuu.

sharafsiisuu go.
GAO

akka sharafu gochuu.

sharafuu go.
GAO

Geeddaruu jijjiiruu.

sharaqa ma.
GAO

bishaaniin xurii baasa, miiccaa.

sharaquu go.
GAO

bishaaniin xurii baasuu, miiccuu.

sharara ma.
GAO

bifa adda addaa itti baasanii bareecha, sarara.

sharariitii ma.
GAO

uurnaa luka saddeeti qabdu, tan man'ee ishii ijaarrattee keessa jiraachuudhaan iibiisa adda addaa ny...

shararuu go.
GAO

bifa adda addaa itti baasanii bareechuu, sararuu.

sharashartuu 1
GAO

"charchaarii" ilaalaa.

sharashartuu 2 ad.
GAO

nama yaadaani raafamtu, tan yaadni dhaaba hinqabne.

sharasharuu 1
GAO

"characharuu" ilaalaa.

Sponsors