Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
shammata
GAO

"shamata" ilaalaa.

Shammatachuu
GAO

"shamatachuu" ilaalaa.

shammattuu
GAO

"shamattuu" ilaalaa.

shammatuu
GAO

"shamatuu" ilaalaa.

shamqaqqoo ma.
GAO

guduunfaa kan yoo gara tokko qabanii harkisan akka laayyootti hiikamu, furgaasaa.

shamsuu
GAO

"samsuu" ilaalaa.

shamtuu
GAO

"samtuu" ilaalaa.

shamuu
GAO

"samuu" ilaalaa.

shanaa ma.
GAO

daakuu yeroo midhaan hororan (daakan) bullaayee jala darbu.

shanacha 1.ma.
GAO

beektota yookiin jaarsolii filatamanii rakkina ta'eef hiika kennan.

shanacha 2 ma.
GAO

1. quba shanan. 2. barruu harkaa, ganaa.

shanafachuu go.
GAO

asiifi achi deemuu, wawarraaquu.

shanaffaa ad.
GAO

kan arfaffaatti 'aanee dhufu; Yeroo afur dhabeetan shanaffaatti argadhe.

shanan ma.
GAO

guyyaa shanaffaa dhaloota mucaa itti kabajan; Dubartoonni shanan irratti marqaa nyaatanii, haadha mu...

shananii ma.
GAO

lafa midhaan hinmagarsine.

shandhee ma.
GAO

1. waciitii yookiin xaabee guddaa. 2.okkotee xiqqoo dhadhaa itti baksan.

shani ad.
GAO

lakkoofsa afuritti aanee dhufu.

shanii
GAO

"shanacha" ilaalaa.

shankoora ma.
GAO

agadaa shambaqqoo fakkaatu, kan yoo alanfatan mi'aawu, kan sukkaarri irraa qophaawu.

shanqillaa
GAO

"shaanqillaa" ilaalaa.

Sponsors