Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
arroostoo ma.
GAO

nyaata foonii kan guguddisanii, mummuranii waadan, kan akka hoolaa yookiin handaaqqoo mi'a garaa ke...

Arsii ma.
GAO

gosa Oromoo kan Kibba baha Oromiyaa keessa jiraatu.

Arsii ma.
GAO

gosa Oromoo kan Kibba baha Oromiyaa keessa jiraatu.

arti da. go.
GAO

bakkee sanii achi.

arti da. go.
GAO

bakkee sanii achi.

artu
GAO

"hartuu 1,2," ilaalaa.

arusee ma.
GAO

qaaraa yookiin corqaa xixinnoo kan nama gubdu.

arusee ma.
GAO

qaaraa yookiin corqaa xixinnoo kan nama gubdu.

arusticha ma.
GAO

maqaa dhiirri gaafa fuudhu ittiin yaamamu, misirroo, mushurraa.

arusticha ma.
GAO

maqaa dhiirri gaafa fuudhu ittiin yaamamu, misirroo, mushurraa.

arustittii ma.
GAO

maqaa durbi gaafa heerumtu ittiin waamamtu, misirroo, mushurraa.

arustittii ma.
GAO

maqaa durbi gaafa heerumtu ittiin waamamtu, misirroo, mushurraa.

as da. go.
GAO

bakkee kana, iddoo kana.

as da. go.
GAO

bakkee kana, iddoo kana.

asaangira ma.
GAO

biqiltuu daraaraan xururnbaa fakkaatu kan yoo xuuxan nama macheessu, kan fireen abasuuda gurraacha f...

asaangira ma.
GAO

biqiltuu daraaraan xururnbaa fakkaatu kan yoo xuuxan nama macheessu, kan fireen abasuuda gurraacha ...

asaangiree ad.
GAO

kan asaangira fakkaatu.

asaangiree ad.
GAO

kan asaangira fakkaatu.

asaasa 1 da.go.
GAO

1. "hasaasa" ilaalaa. 2. odoo hinmuddin odeessa. 3. qaqallisee rooba, qececa.

asaasa 1 da.go.
GAO

1. "hasaasa" ilaalaa. 2. odoo hinmuddin odeessa. 3. qaqallisee rooba, qececa.

Sponsors