1.sirriitti yookiin qajeelatti barbaadamuu. 2. jirbiin fowamuuf qophaa'uu, qubaan addaan fuffuudhamu...
tan waa hiixachuu hinjaallanne, dondha, doonqa, harjaa kan hintaane; Sassattuun biyyee sassatti.
muka qaqal'aa humna hinqabne, kan damee gurguddaa hinmagarsine (yeroo baay'ee kan goraan ta'u).
waan meeshaa qara qabu keessa kaayan; Cuubee saatoo keessa kaayanii yoo hidhatan malee, nama waraanu...
meeshaa leemmana yookiin shomboqqoo irraa dha'amu, shimaxee; Qorqorroo dhabe tan saaxaraa bitee dall...
roga afurii kan qadaada qabu, kan muka irraa yookiin irraa hojjetamee mi'a adda addaa keessa kaawata...
ummata yookiin namoota biyya tokko keessa jiraatan, Sabni hundi kan jaallate jaallachuutu wayya.
kan sababin isa hindhabne; "Amaan Amaanii qabadhu afaani, galgala dhufaa sababamaanii ".