Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
saamuu go.
GAO

1. humnaan irraa fudhachuu. 2. daddafanii jalaa fudhachuu yookiin fixuu; Daa'imni akka wal hinsaamne...

saanaa
GAO

"saanii" ilaalaa.

saanii ma.
GAO

qodaa diriiraa yookiin golboo akka waciitii, kan keessatti waxii (ittoo) baafatan.

saanqaa ma.
GAO

1.muka soqanii,haphisanii yeroo baar'ee cufaa irraa tolchan, 2.cufaa muka soqamee haphate irraa tolf...

saanqur
GAO

"suguda" ilaalaa.

saaphaphuu
GAO

"saphuphee" ilaalaa.

Saaqa ma.
GAO

gammachuun yookiin dinqamuuo..xiqqeessanii ilkaan muldhiea yookiin fuula ibsa.

saaqaa 1 ad.
GAO

banamaa, kan balballi itti hindeebine; Karri saaqaadha moo cufaadba?

Saaqaa 2 ad.
GAO

horii gurraacha yookiin addi adii,booqaa, balaccuu.

Saaqaa ad.
GAO

nama gammachuun fuula irraa hindhabamne kan yeroo baay'ee seequ.

saaqamaa ad.
GAO

banamaa, kan cufaa hintaane,koo addaan baye.

saaqamuu go.
GAO

addaan bawuu.

saaqqachuu go.
GAO

waan cufame banachuu.

saaqqamaa
GAO

"saqamaa" ilaalaa.

saaqqamuu
GAO

"saaqamuu" ilaalaa.

saaqqannaa ma.
GAO

waan cufaa ta'e banacha.

saaqsisuu go.
GAO

akka saaqu gochuu.

saaquu go.
GAO

1. addaan banuu, gargar baasuu, adda adda qabuu; Balbala cufame saaqaniiti seenu. 2. kan itti uffifa...

Saaqxuu ad.
GAO

dubartii yeroo baay'ee seeqa yookiin kokkolfa guddiftu.

saaruu go.
GAO

walitti baay'atee marguu.

Sponsors