Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
rukuttaa ma.
GAO

waan akka uleetiin dhaha; Inni rukuttaa xaafii hinbeeku.

rukutuu go.
GAO

waan tokko waan biraatti yookiin namatti humnaan buusanii hubuu, dhawuu; Nama buusanii hubuu, dhawuu...

rumaana
GAO

"romaanii" ilaalaa.

rumicha ma.
GAO

allaattii guddaa, kan mataafi mormi rifeensa hinqabne, kan raqa nyaatu, joobiraa, hamara.

rurrii ma.
GAO

1.bokoka yookiin afuufama garaa. 2. dhiitaa garaa, kan nyaata dhaqna namaa gabbisu dhabuu irraan ijo...

rurruuqqachuu go.
GAO

akka barbadaa keessatti namaaf bilchaatuuf jecha rurruuquu.

ruubii ad.
GAO

harka afur keessaa harka tokko.

ruuqa da.go.
GAO

bakka ijatti hinmul'anne, dhoksaa, dawoo, suuqa.

ruuqamuu go.
GAO

waan ta'e keessa yookiin jala dtokfamuu, suuqamuu.

ruuquu go.
GAO

Bakka hinmul'anne ka'uu, dawoo keessa dhoksuu; Birrii hatee bobaa keessa ruuqqatee deeme.

ruura'uu go.
GAO

garaan bokokuu, afuufamuu; Midhaan akka malee nyaatee, garaan ruurra'e; Maagaatu garaa isaa akka ruu...

ruurra'aa ad.
GAO

kan ruurra'u.

ruurreesuu go
GAO

akka ruurra'u gochuu.

ruurroftuu ad.
GAO

tan garaan ruurrii.

S,s
GAO

qubee Oromoo kudha saglaffaa, a,b,c...s, t,u..

sa ma.
GAO

sagalee namonni wal beekan jireenyaafi nageenya ittiin wal gaafatan, nagayaa, attam, gaariidhaa, fay...

sa'a ma.
GAO

horii manaa kan jabbii dhaltee aannan elmatan; Sa'a nama dhiittee elmamuu didde gaadidhan hidhan.

Sa'aa
GAO

"sa'aatii" ilaalaa.

sa'aatii ma.
GAO

1. mi'a yeroon amma ta'e ittiin beekan. 2. yeroo guyyaa yookiin halkan keessaa; Sa'aatii kam dhufta?

saa
GAO

"isa" ilaalaa.

Sponsors