qubaan yookiin qeerisaan walitti qabanii qunxuuxuu (qonxooxuu); Ijoollee kofa keessa qummu...
muka goommanaa yookiin goomm adaa; Qumoo funaaneeti akaawii (akaayii) ittiin akaawwate.
quncee muka irraa kaasuu yookiin qola wanta taa'e irraa kaasuu; Aduu hamaan gogaa nama irraa quncisa...