Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
arjaa
GAO

"harjaa" ilaalaa.

arjoomuu
GAO

"harjoomuu" ilaalaa.

arjummaa
GAO

"harjummaa" ilaalaa.

arka
GAO

"harka" ilaalaa.

arkifamuu go.
GAO

1. lafa irra gototamuu. 2. boodatti hambifamuu.

arkifamuu go.
GAO

1. lafa irra gototamuu. 2. boodatti hambifamuu.

arkisa
GAO

"harkisa" ilaalaa.

arkisaa
GAO

"harkisaa" ilaalaa.

arkistuu
GAO

"harkiftuu 1,2" ilaalaa;

arkisuu
GAO

"harkisuu" ilaalaa.

arkuu
GAO

"harkuu" ilaalaa.

arma 1 da.go.
GAO

kanaan, asiin; Armaan gadi bu'e.

arma 1 da.go.
GAO

kanaan, asiin; Armaan gadi bu'e.

arma 2
GAO

"harma" ilaalaa.

arma 2
GAO

"harma" ilaalaa.

aroo ma.
GAO

1. dhukkuba aroorraa nama qabu. 2. "sharariitii" ilaalaa.

aroo ma.
GAO

1. dhukkuba aroorraa nama qabu. 2. "sharariitii" ilaalaa.

aroogecha
GAO

"aroogessa" ilaalaa.

aroogessa ad.
GAO

1. jibicha harma gu'uu gaye. 2. sa'a gu'uu gaye yookiin gu'ee qofa jabbiin hootu.

aroogessa ad.
GAO

1. jibicha harma gu'uu gaye. 2. sa'a gu'uu gaye yookiin gu'ee qofa jabbiin hootu.

Sponsors