1. itti naannessanii gaafachuu. 2. "fattanuu" ilaalaa. 3. gadi fageenyaan xiinxaluu.
1. muramee wal fakkaachuu; Qeensi qorame xurii hinqabatu. 2. waayee waan tokkoo gaafatamuu, qora...
1. waayee waan tokkoo beekuuf gaaffii gaafatamuu; Intala otoo hinbeekin sanyiin jaraa qoratame. 2....
waan dhukkuba namatti wayyeessu yookiin namaa wayyeessu, dawaa; Qoricha haanquu tudhatee koosoon tol...
dhangaa akaayii garbuu, dhadhaa baksaa, soogiddaafi barbarree walitti makanii qopheessan; Qorii qoph...