Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
qophee
GAO

"qophii 1" ilaalaa.

qopheefamuu go.
GAO

soneeffamuu yookiin qixeeffamuu.

qopheeffachuu go.
GAO

1. soneessanii harkatti qabachuu; Qotiyyoo bituuf gatii isaa qopheeffataniiru. 2. kurfeeffachuu yook...

qopheeffamuu go.
GAO

soneeffamuu yookiin qixeeffamuu.

qopheessuu go.
GAO

1. akka qixaa'u yookiin sonaa'u gochuu. 2. deemuuf qophaa 'e.

qophii 1 ma.
GAO

1 . waan qophaa'ee dhiyaate; Qophiin manaa raawwateera. 2. waan tokko raawwachuuf yookiin dhimma tok...

qophii 2 ma.
GAO

muka yookiin quba laagaa of kaa'ani:i, diddiga baasa; "Dubbiin dubbii fuutii qophiin diddiga fuutii"

qoqnii ad.
GAO

bakka kan biraa hinjirre; Qoofniitti baaseeti oduu guure.

qoqqoba ma.
GAO

wal dabarsa, wal caalchisa; Harki qoqqoba bare hinqulqullaawu.

qoqqobamuu go.
GAO

qoqqobni nama irra gawuu.

qoqqobbii
GAO

"qoqqoba"  ilaalaa.

qoqqobsiisuu go.
GAO

qoqqoba irra geesisuu, akka qoqqobu gochuu.

qoqqobuu go.
GAO

wal caalchisuu; Haati hamtuun ijoolluma ishii qoqqobdi.

qoraafachuu go.
GAO

qoraasumaan ulachuu.

qoraan ma.
GAO

muka cabsanii yookiin bocanii bobeeffatan yookiin ittiin waa bilcheeffatan.

qoraasa ma.
GAO

muka urgaawuun ula; Boosettiin qoraasa okolee hinbeektu.

qoraasisuu go.
GAO

akka qoraasu gochuu.

qoraasuma ma.
GAO

muka foolii gaarii qabu, kan fakkeenyaaf mi'a  aannanii ittiin ulan, qoraasan; Qoraasumni ejersaa o...

qoraasuu go.
GAO

1. muka urgaawuun waan akka mi'a aannanii uluu. 2. olii gadi oofuu,  sabrii  dhowwuu, unkuruu,  g...

qoraattii ma.
GAO

qara  dhaqna biqiltuu,  mukaa,  yookiin bineensaa  (fakkeenyaaf dhaddee) irratti margu, kan yoo ...

Sponsors