1. akka wal hincaalle goosisuu. 2.akka guuree fixu gochuu .
1. ija tokkoon ilaaluu yookiin wal dabarsuu dhiisuu. 2 . guuranii fiixuu.
olii gadi jooruu, olii gadi xallisuu.
dheerina yookiin bal'ina beekuuf lakkaawa yookiin tilmaama.
hammummaan beekamuu yookiin tilmaamamuu; Lafni erga qiyaasamee bool'i qotame.
hammam ta'uu isaa lakkoofsa yookiin ilaalcha.
akka qiyaasamu gochuu; Maandisii fideeti lafa dallaa qiyaasise.
hammam akka ta'e beekuuf safaruu yookiin lakkawuu.
waan biraa kan of biraa hinqabne; Qobaan manaa dhufe.
kan biraa keessaa; Isa qobaatu yaa'ii dhufe.
"qolachuu" ilaalaa.
1. gosa mukaa kan ijji (fireen) zayitii bawu. 2. maqaa biyyaa.
waan akka bishaanii xinneessanii walitti funaansa; Qoca waraabbatteeti ganamaan galte.
bineensa lafa irra yookiin bishaan keessa jiraatu, kanqolli dhaqnaa dhagaa fakkaatu; Mataa keess...
"qochola" ilaalaa.
"qocholamuu" ilaalaa.
"qocholloo" ilaalaa.
"qocholuu" ilaalaa.
"warqee" ilaalaa. "hammichoo" ilaalaa.