Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
qiciicaa ad.
GAO

rifeensa mataa kan luuccaa yookiin gafaree hinta'in; Mataa qiciicaan yoo haadan daafee hinmargu.

qicuu 1 go.
GAO

xinneessanii buusuu yookiin kennuu.

qicuu 2
GAO

"kicuu"  ilaalaa.

qiddaasee ma.
GAO

galata qeesonni Ortodoksii bataskaana keessa dhaabbatanii kennan; Hamma qeesonni qiddaasee raawwatan...

qiinqima'a
GAO

"qamaqqama 1" ilaalaa.

qiinqimachuu
GAO

"qamaqqamachuu" ilaalaa.

qiinqimsiisuu
GAO

"maqqamsisuu" ilaalaa.

qiinqimuu
GAO

"qamaqqamuu 1" ilaalaa.

qiiqqee 1 ma.
GAO

dhooqa quba abbuudduu duubaa; Qiiqqee gubachuun haafaa jira.

qiiqqee 2 ma.
GAO

waan harkaafi luka hadoochu kan dafee nama dhiisu; Qiiqqeetu harka dachaafachuu isa dhowwe.

qiirucii ma.
GAO

dugda walakkaa yookiin bo'ii dugdaa; Eeboo darbateeti qiinxii waraane.

qiixxaa ma.
GAO

daakuu bishaaniin sukkuumamee otoo hinbukaayin tolfamu; Qiixxaan aannaniin unatanii yoo nyaatan ni m...

qilba ma.
GAO

karaa biiftuun baatu, Baha; Qilbatti yoo garagalan harki bitaa gara boroo oola.

qilee ad.
GAO

waan gadi fageenya guddaa qabu, bal'aa fagoo; Qileen bishaanii daaktullee ninyaatti.

qilee bu 'uu go.
GAO

1.. bool'a waan ta'ee keessa seenuu. 2 . waan hamaa keessa seenuu; Hiriyaan boru hinlaallanne qilee ...

qilimxoo ma.
GAO

gosa mukaa.

qilirucoo
GAO

"qilimxoo" ilaalaa.

qillee ma.
GAO

tapha jirmaan yookiin uleedhaan buruurii lafa irra oofanii taphatan, kollee; Otoo qillee taphatuu bu...

qilleensa fudhachuu go.
GAO

1. afuura nama barbaachisu fudhachuu; Ijoollee daa'ima qilleensa qabbana qabu aara galfachuu, boqoch...

qilleensa ma.
GAO

afuura uumamni jireenya qabu ittiin jiraatu; Namni qilleensa malee jiraachuu hindanda'u.

Sponsors