Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
qara'amuu go.
GAO

kitaabni dubbifamuu; Quraanni qara'amuutti  jira.

qara'uu go.
GAO

kitaaba yookin quraana dubbisuu ;namni quraana qara'e wal duraan booda barmoota argata.

qaraan ba'uu go.
GAO

1.bakka yaadan gawuu. 2. waan qaban bakkaan gawuu.

qaraan baasuu go.
GAO

waan qabatan bakkaan gawuu; Quraana qara'uu qaraan baaseeti  gale.

qaraan gareessa ma.
GAO

raammoo qaamni aangii qabu,  miilaa shifillee kan ta' e.

qaraaruu ma.
GAO

maqaa mukaa.

qaraasifachuu go.
GAO

barsiifachuu.

qaraasuu
GAO

"qara'a" ilaalaa.

qarabaa ma.
GAO

haaduu xinnoo kan ittiin rifeensi  haadamu.

qarabaa suuqqachuu go.
GAO

qarabaa mataatti dirachuu yookiin suuqqachuu. 2. deessuu yookiin araasii ta'uu; Dubaftiin deesse qar...

qarabichoo ma.
GAO

hidda qoricha dhibee garagaraatiif ta'a jedhamu; Uffata deessuutti qarabichoo ulu.

qaraca ma.
GAO

waan akka maraatuu nama godhu; Durbi geessuun tokko tokko qaracatu irraa gurbaanana, yoomiituu hojii...

qaracamuu go.
GAO

akka maraatuu ta'uu; Dubartiin sun niqaracamte.

qaracciisuu go.
GAO

qaraxa baasisuu.

qarachuu go.
GAO

1. sibiilli yookiin mukni 'akka waa namaa muru gochuu. 2. dubbii baruu, afaan mi'aawuu; Mucaan erga ...

qaratti qabuu go.
GAO

of irraa fageessanii qabuu; Didiitii qaratti qabaniiti waan barbaachisutti biifu.

qarawaa ma.
GAO

mi'a midhaan ittiin baatan.

qaraxa ma.
GAO

galii mootummaan waan gurguramu irraa sassaabbatu; qaraxa hoolaa birrii shan baase.

qaraxamaa ad.
GAO

waan qaraxame.

qaraxuu go.
GAO

qaraxa itti buusuu; Naggaadee horii qaraxuufi gabaa deeme.

Sponsors