Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
osolee ma.
GAO

bineensa illeentii fakkaattu tan qaalaa yookiin boolla keessatti galtu.

osoo
GAO

"otuu" ilaalaa.

otongora ma.
GAO

boloqqee gumaa guddatu.

otontora ma.
GAO

yeroo hedduu jiraachuudhaan garmalee dullooma.

otontorsuu go.
GAO

akka otontoru gochuu.

otontoruu go.
GAO

waggaa baay'ee jiraatanii han malee dulloomuu, totorra'uu.

otoo
GAO

"otuu" ilaalaa,

otuu hi.
GAO

jecha mamii agarsiisu; Otuu dhufte ni argita.

owaangayuu ma.
GAO

muka busaadhaaf qoricha ta'a jedhamu.

owwaacha ma.
GAO

sagaleedhaan waamichaaf deebii kenna, oo! jecha.

owwaachisuu go.
GAO

akka owwaatu gochuu.

owwaachuu go.
GAO

waamichaaf sagaleedhaan deebii kennuu, 'oo! jechuu.

owwaata
GAO

"owwaacha" ilaalaa.

oyee 1 je.
GAO

sagalee dhiirri yeroo waamamu deebii ittiin kennu, yee jechuu.

oyidii
GAO

"oogdii" ilaalaa.

oyiruu ma.
GAO

lafa qotanii midhaan facaafatan, maasii.

oyitee ma.
GAO

meeshaa suphee, okkotee.

P,p
GAO

qubee Oromoo kudha ja'affaa irratti argamu, kan ergisaan seene.

paakeetii ma.
GAO

waan akka sanduuqaa kan warqata yookiin kaartoonii irraa qopheessanii sijaaraa, mastiikaa, saamunaa,...

paappayaa ma.
GAO

buusaa mukaa kan akka dabaaqulaa dheedhii isaa ibiddaan otoo hinbilchaatin keessa isaa nyaatan yooki...

Sponsors