Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
oriya
GAO

"ori'a" ilaalaa.

oriyuu
GAO

"ori'uu" ilaalaa.

orma ma.
GAO

1. kan fira hinta'in, diina, nyaapha, ambaa, halagaa. 2. nama hedduu; Ormi yoo dhufan kottuu na waam...

ormummaa ma.
GAO

firummaa dhabiisa., ambummaa, halagummaa.

oroga ma.
GAO

bakka lafti ofii kan ormaa wajjin addaa bawu, daangaa.

orogeessa ma.
GAO

1. jabbii ga'a jala darbee sa'a hodhu. 2. sa'a dhaldabarsee jabbii hoosisu.

orogeettii ad.
GAO

1. goromsa gu'a  bartee hootu. 2. sa'a dhaluu dabarsitee hoosiftu.

oromee 1 ma.
GAO

marga hundeen diimaa kan maasii yookiin oyiruu eessatti margu.

oromee 2 ma.
GAO

boqqollqo daftee geessu (yeroo baay'ee ji'a sadiitti), kan gumaan shifii.

oromee 3
GAO

"handaaqqoo" ilaalaa.

Oromoo ma.
GAO

1. saba baay'inaan saboota Itoophiyaa keessa jiraatan caalu, kan afaan tokko dubbatu. 2. afaan sabni...

oronqolaa ma.
GAO

mishingaa mataan hokkoo.

oroogessa
GAO

"orogeessa" ilaalaa.

oroogettii
GAO

"orogeettii" ilaalaa.

ororachuu
GAO

"hororachuu" ilaalaa.

ororomaa
GAO

"hororamaa" ilaalaa.

ororomuu
GAO

"hororamuu" ilaalaa.

ororsiisuu
GAO

"hororsiisuu" ilaalaa.

ororuu
GAO

"hororuu" ilaalaa.

orri je.
GAO

1. jecha qotiyyoodhaan dhaabadhu ittiin jedhani. 2. sagalee yeroo midhaan dhahan qotiyyoo ittiin oof...

Sponsors