Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
ol duuduu go
GAO

baay'atanii ol seenuu; Karri banamnaan horiin marti ol duudan.

ol fuudhuu go.
GAO

1. lafaa ol fuudhanii baachuu. 2. sagalee guddisuu. 3. gatii waan ta'ee guddisuu, hedduu taasisuu.

ol gachuu
GAO

"oolgachuu" ilaalaa.

ol godhuu go.
GAO

kaasanii ol kaa'u.

ol guuruu go.
GAO

1. garaa nama hammissa, hooqqisa kajeeluu, hooqqisuu, lolojisuu. 2. gara manaatti ol kaasuu.

ol jechuu go.
GAO

1. Jecha ol jedhu dubbachu 2. bakka taa'anii yookiin ciisanii ka'uu. 3. jireenya hamaa keessaa bawuu...

ol kaawachiisuu go.
GAO

akka ol kaawatu gochuu.

ol kaawachuu go.
GAO

akka hinbanne yookiin hindhumne duubatti hambifachuu.

ol kaawuu go.
GAO

akka ta'uu gochuu.

ol qabuu go.
GAO

waan jige,ciise yookiin gadi jedhe kaasuu.

ol seenuu go.
GAO

diidaa ol galuu.

ol' aanuu go.
GAO

1. gara gubbaa ooluu. 2. taayitaadhaan nama caaluu.

Olata
GAO

"ulannaa" ilaalaa.

olee
GAO

"ol" ilaalaa.

olgaa
GAO

"oolgaa" ilaalaa.

olii gadi da.go.
GAO

1. gubbaadhaa gara jalaatti. 2. asiifi achi, bakkee tokkoo gara biraatti; Ijoolleen olii gadi kaachu...

olkaawamuu go.
GAO

wanti tokko akka hinbinne, hindhumne jedhamee eegamuu, qusatamuu.

ollaa ma.
GAO

nama mana isaa cinaa namaatti ijaarratee jiraatu.

olola ma.
GAO

oduu yookiin dubbii fokkisa makatu, dubbii wayitti namni dammaqsu, piroppagaandaa.

ololoo ma.
GAO

1. dubbii yookiin bo Jicha wal irraa hincinne. 2.caaffata walaloo, hinta'in.

Sponsors