Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
ojii
GAO

"hojii" ilaalaa.

ojjechiisuu
GAO

"hojjechiisuu" ilaalaa.

ojjechuu go.
GAO

bultii godhuu, dhimma baasuu.

ojjetachuu go.
GAO

1. hojii ofii hojjechuu. 2. bultii godhachuu.

ojjetamuu
GAO

"hojjetamuu" ilaalaa.

ojuu
GAO

"abjuu" ilaalaa.

okaa ma.
GAO

marga haamanii horiidfi kennan; Sangaa fardaa okaadhaan sooru.

okaa'a
GAO

"okaa" ilaalaa.

okaatii
GAO

"waagimboo" ilaalaa.

okkola ma.
GAO

akka naafaatti deemsa; "Gaafa nafaan okkola baratan."

okkolchiisuu
GAO

"okkolsiisuu ilaalaa.

okkolsiisuu go.
GAO

akka okkolu gochuu.

okkoltuu ad.
GAO

tan akka naafaatti deemtu, tan karaan jalaa hinsiqne.

okkoluu go.
GAO

akka naafaatti deemuu, suuta deemuu.

okkoo ad.
GAO

kan mataan gadi gonboobe yookiin jallate.

okkotee ma.
GAO

1. meeshaa suphee kan ol ijaajjee gara mormaa qal'atu, kan afaan bal'atee mudhii irraa gurroo lama q...

okolee ma.
GAO

meeshaa migira yookiin meexxii irraa hodhamu, kan aannan itti naqatan yookiin elmatan.

ol bachuu
GAO

"oolgachuu'' ilaalaa.

ol da.go.
GAO

gara tabbaa, gubbaa.

ol deemu go.
GAO

1 . gara deemuu. 2. qabeenyaan,beekumsaan, taayitaadhaan w.k.f., guddachuu.

Sponsors