1. waan o'utti karkarsa. 2. waan innaa guddaa fakkeessa.
abiddatti yookiin aduutti karkarsuu, o'a akka argatu
1. o'a tan qabdu; Gabaan har'aa o 'i fuudha. 2. dubartii dhiira adamsitu.
"oo'uu 2" ilaalaa.
1. horiin akka bishaan dhugan gocha. 2. yeroo horiin bishaan dhugan.
bishaan dhugsiifacha.
bishaan dhugsiifachuu.
bishaan dhugsiisa.
akka obaasu gochuu.
akka dhugu gochuu;Horii bishaan obaasuu dideeti dheebuu oolche.
rakkoo, dhibee Yookiin waan hamaa nama irra gawu garaa bal'inaan danda'a.
"hobbaafachuu" ilaalaa.
rakkina yookiin dhibee irraa hiikama.
man'ee daa'imaa, kan erga daa'imni dhalatee booda gadameessaa bawu.
maqaa kabajaa, kan maqaa bira buusan1i nama ittiin waaman; Obbo Gammadaa!
" obboleessa" ilaalaa
mucaa yookiin 1lma, haati yook1in haati buddeenaa deesse.
durba kan haati nama deesse yookiin haati buddeenaa deesse.
1.obboleessa ta'isa. 2.nama biraa akka obboleessaatti ilaalcha.
maqaa kabajaa, kan hangafa ofii yookiin nama kabajan ittiin waaman.