waan akka daaraa addaatu, kan yeroo baay' ee bishaaniin bulbulanii girgiddaa manaatti diban, boronqi...
1. jecha yawuttii namni ulfaataan, keessummaan, w.k. f. mana ol seenu warri manaa j edhan; nooruu ! ...
dursa maqaa yookiin waan maqaa fakkaatan irratti dabalamee baay'ina yookiin ergaan tokkummaa kan aga...
waan tokko yeroo baay'eedhaaf dhimma itti ba'uudhaan, wajjin jirachuudhaan, arguudhaan, w.k.f. irr...
"nu" sagaleen jedhamu dubbii keessatti mata duree ta'ee yammuu galu bifa inni agarsiisu; Nuti waan k...
biqiltuu daraaraan isaa hadaa fakkaatu, kan ijji isaa gur'aachaa, kan zayitiin nyaataa keessaa cuunf...
1. afaan keessatti daakanii gadi liqimsuu; Midhaan nyaachuu. 2. ajjeesuu; Waraabessi harree koo na d...