Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
nawurii
GAO

"qaanii" ilaalaa.

nawuu
GAO

"rifachuu" ilaalaa.

nee da.go.
GAO

sagalee sagalee gocha dura galee, dubbiin dubbatame sun dhugaa yookiin soba ta'uu isaa ittiin agrsii...

Neechii ma.
GAO

sagalee ittiin gaangee sossobanii dhaaban yookiin sossobanii qaban.

neenca
GAO

"leenca" ilaalaa.

neenqa
GAO

"leenca 2" laalaa.

neeraa ma.
GAO

birrin tokko bakka digdamatti sharafamee digdaman sanaa keessaa tokkoon isaa, sharfee, meezoo, duude...

ni 1 fu.
GAO

dubbii keassatti maqaan tokko matduree yookiin abbaa dubbii dubbatamee sanaa ta'uu kan agarsiisu, fa...

ni 2 fu.
GAO

sagalee gochaa irratti dabalamee, heddummina nama gulantaa sadaffaa si'a darbe yookiin si'a ammaa ke...

ni 3 fu.
GAO

maqaa irratti dabalamee, waan sanaan hojiin wayii hojjetamuu yookiin dhimmi wayii bawuu kan mul'isu;...

nii
GAO

"ni 2" ilaalaa.

niitii bubbee
GAO

"niitii qilleensaa" ilaalaa.

niitii ma.
GAO

1. dubartii abbaa manaa qabdu, haadha manaa; Hamma yoowanaa inni nii tii hinfuune. 2. dubartii maqaa...

niitii qilleensaa ma.
GAO

kallaatti qilleensa keessa qoochoo olii gadi raasaa bakka tokko turtu.

nikka
GAO

"samaanaa" ilaalaa.

nikkaya
GAO

"samaanaa" ilaalaa.

niyyaa ma.
GAO

yaada waayee waan tokkootiif qabaatan, fedha, kka garaa ofii gawuuf hawwan; Waan niyyaan kiyya si bi...

nokkoroo ma.
GAO

waliin mormii; Maloo ati nokkoroo kana yoom dhiiftaa?

nokkoruu go.
GAO

waayee waan tokkoo qabatanii irratti waliin mormuu, falmuu; Ati maaliif kan koo qofti haata'u Jettee...

noo fu.
GAO

maqaa abbaa dubbii ta'ee dubbatamu irratti dabalamee waayee maqichaa, kan waan kanaan dura dubbatame...

Sponsors