Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
misirraawuu
GAO

"misirraa'uu" ilaalaa.

misirroo ma.
GAO

1 .dubartii dhiwoo heerumte; idayaa. 2. dhiiraafi dubartii dhiwoo wal fuudhan, mushurraa.

misirroomuu go.
GAO

misirroo ta'uu.

misirrummaa
GAO

"misirro" ilaalaa.

miskiina ad.
GAO

Hiyyeessa  homaa hinqabne, rakkataa.

mislanee ma.
GAO

nama iddoo nama biraa bu' ee hojii bulchuu naannoo baadiyyaa keessaa hojjetu (bara durii).

mismaara ma.
GAO

sibiila qaqallaa kan mataan battee, fiixeen qaraa, kan yoo waan biraatti rukutan uree keessa bawu, k...

mismaarii
GAO

"mismaara" ilaalaa.

misooma ma.
GAO

qaljii ta'iisa, xaa'oo  argacha.

Misoomsisuu go.
GAO

akka misoomsu gochuu.

misoomsuu go.
GAO

akka kosii yookiin xaa'oo argatee gabbatu gochuu.

misoomuu go.
GAO

lafti yookiin naannoon gabbachuu, lalisuu.

missira ma.
GAO

gosa midhaanii kan sambuusaafi  ittoo  (waxii) irraa hojjetan.

misuu go.
GAO

akka gaariitti dagaaguu yookiin  ija godhachuu.

misxira ma.
GAO

dubbii dhoksaa kan akka argan hundumatti hinhimamne, iccitii.

misxirii
GAO

"misxira" ilaalaa.

miti da.go.
GAO

ta'uu dhiisuu yookiin akka wanti tokko hintaane kan ittiin agarsii ari;  Kana miti, sana fidi.

mittamuu go.
GAO

keessa dabuu yookiin micciiramuu.

mittuu go.
GAO

keessa dabsuu yookiin micciiruu.

mixaaxa ma.
GAO

lafa unkutoo itti unkutan.

Sponsors