Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
Ankoloolessa ma.
GAO

ji'a kurnaffaa yookiin ji'a Fulbaanaafi Sadaasa gidduu olu, Onkoloolessa.

anqaaquu
GAO

"hanqaaquu" ilaalaa.

anqooxoo
GAO

"qaqawwee" ilaalaa.

ansaada ma.
GAO

muka bocamee tolfame kan minii manaa irra ol kaawamu, dulaaba, madardaraa.

ansaada ma.
GAO

muka bocamee tolfame kan minii manaa irra ol kaawamu, dulaaba, madardaraa.

anshooshoo
GAO

"hansoosoo" ilaalaa.

antuuta
GAO

"hantuuta" ilaalaa.

anxarfaa
GAO

"hanxarfaa" ilaalaa.

anxaxii
GAO

"hanxaxii" ilaalaa.

anyarfamuu go.
GAO

jajamaa dubbiin tuqamuu.

anyarfamuu go.
GAO

jajamaa dubbiin tuqamuu.

anyarsa ma.
GAO

waan nama jajan fakkeessanii dubbiin nama tuqiisa.

anyarsa ma.
GAO

waan nama jajan fakkeessanii dubbiin nama tuqiisa.

anyarsiisuu go.
GAO

akka anyarsu gochuu.

anyarsiisuu go.
GAO

akka anyarsu gochuu.

anyarsuu go.
GAO

waan jajan fakkeessanii dubbiin tuquu.

anyarsuu go.
GAO

waan jajan fakkeessanii dubbiin tuquu.

aqaaqa
GAO

"aqanqaala" ilaalaa.

aqaaqamuu
GAO

"aqanqaalamuu" ilaalaa.

aqaaqsisuu
GAO

 "aqanqaalsisuu" ilaalaa.

Sponsors