al tokko ilaalcha.
tan mil'uudhaan ilaalu.
kan mil'uudhaan ilaaltu.
ilaalcha al tokkoo; Hamma mil'uu ijaatti jalaa bade.
dubbii dhaaba dhabsiisa.
akka milaan milchu gochuu.
dubbii dhaaba dhabsiisuu, mimmiliqsuu.
kan dubbiin isaa dhaaba hinqabne, seesaa .
akka mil'atu gochuu.
"mallattoo" ilaalaa.
ija jalaa dhokacha.
kan ija jalaa dhokatu.
akka miliqu gochuu.
1. ija Jalaa dhokachuu. 2. otoo wal hinargiin wal jala darbuu.
lakkoofsa kuma si'a kuma of keessaa qabu.
"miliyoona" ilaalaa.
abbaa milkii ta'uu, milkiin namaaf toluu.
milkii namaaf tolchuu.
waan mallattoo carraa gaariiti yookiin mallattoo carraa gadheeti jedhamee amanamu.
milkiin baduu yookiin gaarii ta'uu hafuu.