Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
micciirramuu
GAO

"micciiramuu" ilaalaa.

micciiruu go.
GAO

1. akka duraan ture irraa gara biraatti dabsuu. 2. nyaata micciirraa jedhamu gopheessuu.

miccira ma.
GAO

soroora dhabsiisa, dabaa taasisa.

micicaa ma.
GAO

hundee migiraa kan migirri irratti biqilu.

miciirsisuu go.
GAO

akka micciiramu gochuu, karaa irraa dabsiisuu.

miciraan
GAO

"mixiree" ilaalaa.

miciree 2 ma.
GAO

1. "mixiree" ilaalaa. 2. waan akka miciree mukaa kan dhaqna namaa keessatti argamtu;Miciree mudaammu...

Miciree ma.
GAO

muka gaggabaabaa wal biratti biqilu, muka gujjii.

midda
GAO

"mirga 1" ilaalaa.

middiisa ad.
GAO

dhiira dhiiraa wajJin akka dubartiitti jiraatu, bukkee, sangaa raadaa, washanee; "Waan waaqaa hinbee...

midhaan
GAO

"minaan" ilaalaa.

midhaan dhawuu go.
GAO

midhaan horii irra oofanii yookiin ulee midhaan horii irra ofanii yookiin uleedhaan dha'anii cal'ees...

midhaan durbaa ma.
GAO

gumaa yookiin ija xixiqqoo timaatimii fakkaatu.

midhaan mukaa ma.
GAO

gumaa yookiin ija mukaa kan nyaatamu.

midijjaa ma.
GAO

daaraan akka hintamsaaneef jecha bakka abidda bobeessanitti naannessanii, waan mukaafi dhoqqee irraa...

miduu
GAO

"mittuu" ilaalaa.

migira ma.
GAO

citaa hodhaa adda addaa fakkeenyaaf kan akka leematii, okolee, w.k.f. irraa  hojjetamu.

miiccaa ma.
GAO

bishaaniin qulquleessa; Miiccaa waan hinjaallanneef uffata xuraaye uffata.

miiccachuu go.
GAO

waan halle bishaaniin qulqulleeffachuu.

miiccamuu go.
GAO

bishaaniin qulqulleeffamuu.

Sponsors