Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
maxxantuu ma.
GAO

nama yookiin dhaaba biraa Jala galtee kan hojjettu, hirkattuu, galtuu.

maxxanuu go.
GAO

1. walitti hiiquu. 2. guutummaadhaan keessatti hirmaachuu. 3. itti qabachuu; Tambeeriin waraqatatti ...

mecereqa
GAO

"macalaqa ilaalaa.

mecereqaa
GAO

"macalaqaa" ilaalaa.

mecereqsiisuu
GAO

"macalaqsiisuu" ilaalaa.

mecereqsuu
GAO

"macalaqsuu" ilaalaa.

mee je.
GAO

1. jecha ajaja of keessaa qabu, ulfinaan dubbachuuf kan dhimmi itti bahamu; Mee dhugaa! 2. dubbii so...

meedhicha ma.
GAO

gogaa hoolaa yookiin re'ee kan yeroo buttaa qalan many'ee harkaatti keewwatan.

meegana ma.
GAO

qunxurroo qalaa.

meelachuu go.
GAO

lafeen miilaa gadi dhiisee miilli nama dhukkubuu; Faanni miillaa garagaleeti qubni meelate.

meeqa da.go.
GAO

jecha hammamii agarsiisu; Nama meeqatu dhufee?

Meeqaafi meeqa ad.
GAO

jecha lakkoofsa hedduu of keessaa qabu; Hammeenya meeqaaf meeqa itti oolee ammammoo wajjin deema.

meerre je.
GAO

Jecha 'eessa jiraa, garam jiraa ittiin baran.

meesaa ma.
GAO

lafa bullaa'ee taa'e xaafii irra facaasuuf qopheessa. 2. waan hinbarbaadamne keessaa baasa.

meesii
GAO

"meesaa" ilaalaa.

meesisuu go.
GAO

akka meesu gochuu.

meestuu ad.
GAO

kan meesaa meesu yookiin meestu;Meestuu qabateeti qonnaa deeme.

meesuu go.
GAO

1. lafa qotame keessaa waan hinbarbaadamne qulqulleessuu.  lfa bullaa'ee taa'e xaafii irra facaasuu...

meeta ma.
GAO

gosa sibiilaa kan gatii guddaa qabu, kan jifaarri gosa gosaa irraa qophaawu.

meetii
GAO

"meeta" ilaalaa.

Sponsors