akka mancaasu gochuu.
waan badaa nama irraan gawuu, balleessuu, galaafachuu.
bakka yookiin lafa manni bay'een walitti dhiyaatanii wal bira jiran, ganda, ambaa .
"mandiisa" ilaalaa.
gunguma Waaqaa kan yeroo duumessi jiru dhaga'amu.
1. sagalee akka Waaqa roobuuf adeemuutti dhageessisuu. 2. sagalee guddaa dhageessisuu.
1. lafee ilkaan irratti margu, gola afaanii, keessumattuu gara irraafi jalaatti kan argamu. 2. ilk...
"maangoo" ilaalaa.
lakkoofsa guutuu hintaane, kan yoo lamaaf hiran gixxeetti hinbaane.
"manguddoo" ilaalaa.
"maanguddummaa" ilaalaa.
1 .Manguddoo ta'iisa, jaarsummaa. 2. namoota wal lolan araarsa.
dhukkuba morma nama jallisu,
dhiphina qabaacha, cinqama.
kan baay'ee dhiphina qabu, cinqamaa, rakkataa.
rakkina agarsiisa, dhiphisa.
akka mankaraaru gochuu, dhamaasuu.
tan dhiphina qabdu, rakkattuu, dhamaatuu.
gar malee dhiphachuu, dhama'uu, garmalee bu'anii bawuu.
tokko irra wayyaawuu kan agarsiisu; Kana mannaa sana wayya.