1.walittidabalachuu; wajjin nyaachuuf midhaan walitti makatan. 2. walitti dabalamuu; Yeroo ammaa gos...
waan dhoqqee irraa gorroo manaa irratti hojjetamee yookiin kophaatti muka irraa qophaawu, rarata; ...
hiree gaarii,milkii; Adurreen gurraattiin yoo nama bira qaxxaamurte makkaaldhoo namaatu bada Jedhame...
gosa mukaa kan yeroo baay'ee baddaafi baddadarretti biqilu, kan yeroo masqalaa damaraadhaaf muran, b...