Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
machooftuu ad.
GAO

dhiira yookiin dubartii dhugaatii alkoolii baay'ee dhuguudhaan beekamtu; Machooftuun wayitti hingalt...

madaa ma.
GAO

gaama, dhaqna muramuudhaan, waraanamuudhaan yookiin rigaamuudhaan hubamee foolii  gadhee kennu; Mad...

madaaba ma.
GAO

sibiila diimaa.

madaabaraa
GAO

"xaa'oo" ilaalaa.

madaabii
GAO

"madaaba" ilaalaa.

madaala ma.
GAO

meeshaa ulfina waan wan ta'ee ittiin lakka'an.

madaalachuu go.
GAO

madaala irra kaa'anii ulfina waan ta'ee ilaaluu.

madaalii
GAO

"madaala" ilaalaa.

madaalsisuu go.
GAO

akka madaalu gochuu.

madaaluu go.
GAO

ulfina waan ta'ee beekuuf madaalaan ilaaluu; Meeshaa kana naamadaali.

madaawuu go.
GAO

dhaqni madaa godhachuu yookiin qabaachuu.

madfii
GAO

"malfii"  ilaalaa.

madiidana ma.
GAO

bishingaa muramee bakka tokkotti tuulame.

madoo ad.
GAO

kan madaa qabu yookiin kan madaa'e.

madooshaa ma.
GAO

meeshaa mataan sibiilaa, kan ittiin dhagaa cabsan; Madooshaadhaan dhagaa bakka lamatti baase.

magaala ad.
GAO

1. bifa gurraachaafi diimaan keessatti wal make. 2. bifa diimaa yookiin gurraacha hinta'in, bifa bun...

magaalaa ma.
GAO

mandara guddaa, katamaa; Magaalaan Oromiyaa ishii guddoon Finfinneedha.

magaazii ma.
GAO

sibiila yookiin meeshaa ilkaan hedduu qabu, kan ilkaan naachaa fakkaatu, kan muka yookiin sibiila it...

magana je.
GAO

jecha waan jaallatan, sodaatan, kabajan waamanii ittiin nama qabbaneessan, dhowwan, qaban; Waaqaaf m...

maganachuu go.
GAO

maganaan qabuu, Waaqatti kennuu.

Sponsors