"maa'ettii" ilaalaa.
"maa'ii" ilaalaa. Maayii baafachuu
"maa'ilaa" ilaalaa.
meeshaa fageenya karaa ittiin lakkaa'an; Karaan miillaan deemne sun maayilii lama fagaata.
"maa'iluu" 1laalaa.
itti bawuu; "Ilmi eessumatti maayila, intalli adaadaatti ".
gargar dhoyiinsa.
kan gargar dhowe, kan buruqe, dhqwaa.
akka macalaqu gochuu.
akka macalaqsu gochu.
buruquu yookiin dhowuu; Hiddiin irra ejjennaan macalaqe.
meeshaa yookiin kubbaayyaa yeroo baay'ee midhaan ittiin safaran.
"macalaqa" ilaalaa.
"macalaquu" ilaalaa.
nama dhugaatii alkoolii baay'ee dhugee of wallaalu.
dhugaatii nama macheessu baay'isanii dhuganii of wallaaluu.
gogaa hoolaa yookiin re'ee sukkuumame, raroo yookiin rara.
waan nama macheessu, kan sammuu namaa naannessu.
akka machaa'u gochuu.
joora sammuu kan dhugaatii alkoolii baay'ee irraa dhufu.